Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan Magaalaa Shaggaritti kabajame
Finfinnee, Bitootessa 21, 2017 (FMC) – Ayyaanni Iid Al-Faxir waggaa 1446ffaan Bulchiinsa magaalaa Shaggaritti kabajameera.
Ayyaanichi kutaalee bulchiinsa magaalichaa hunda keessatti haala ho’aa ta’een kabajamuu Kominikeeshiniin Magaalaa Shaggar ibseera.
Ayyaanichi sirnoota garagaraan kabajamuu ibsameera.