Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni yaadannoo Fannoo Iyyesuus Kiristoota hordoftoota amantaa Gamtaa Waldaalee Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa biratti kabajamaa jira

Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Ayyaanni yaadannoo Fannoo Iyyesuus Kiristoota hordoftoota amantaa Gamtaa Waldaalee Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa biratti kabajamaa sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.

Ayyaanichi Pireezidaantiin Mana Amantaa Makaana Iyyesuus Itiyoophiyaa Luba Dooktar Yoonaas Yigazuu dabalatee abbootiin amantaalee fi hordoftoonni amantichaa bakka argamanitti lallaba guyyicha ilaallatu, galateeffannaa, Soomaa fi kadhannan kabajamaa jira.

Gizaachoo Girmaayeetu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.