Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni yaadannoo Fannoo Iyyesuus Kiristoota hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa Kaatoolikii biratti kabajamaa jira

Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Ayyaanni yaadannoo Fannoo Iyyesuus Kiristoota hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa Kaatoolikii biratti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.

Ayyaanichi Mana Amantaa Kaatoolikii Liddataa Maariyaamiitti bakka hangafti Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristiyaanaa Kaatooliikii Kaardinaal Birhaane Iyyesuus Suraafeel argamanitti sirnoota adda addaan kabajamaa jira.

Tsaggaayee Nigustu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.