Balalliiwwan Idil Addunyaa 6 Dubartoota qofaan taasifame
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) –Eda halkaan 5:00 eegalee Balalliiwwan Idil Addunyaa 6 guutumaan guutuutti Dubartoota qofaan taasifamuu Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa beeksise.
Guyyaa dubartoota Addunyaa sababeeffachuun balalliiwwan kunneen guutummaatti dubartoota qofaan akka uwwifamu taasiifamuu himeera.