Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Antooniyoo Guutareez wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’anitti Ministira Muummee Itti Aaanaa Tamasgeen Xurunaa fi qondaaltota biroon simatamaniiru.
#Oromia #Ethiopia