Barsiisonni fi Barattoonni Magaalaa Finfinnee Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Barsiisonni fi Barattoonni Magaalaa Finfinnee Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru.
Giddugalichi kalaqa ogummaa kan saffisiisuu fi dorgomtummaa biyyattii sadarkaa idil addunyaatti kan mirkaneessu ta’uu Barsiisonni fi Barattoonni kunneen ibsaniiru.
Dhaloonni haaraanis yaadama haaraa fi kalaqoota dhaabbatichaaf gumaachuun gahe isaa akka bahatu ibsamuu ragaan Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia