Itiyoophiyaan Yaa’ii Gamtaa Paarlaamaa Idil-addunyaa irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Jilli garee Paarlaamaafi Mana Maree Federeeshinii Itiyoophiyaa Yaa’ii Gamtaa Paarlaamaa Idil-addunyaa 150ffaa Uzeebekistaan magaalaa Taashkaantitti…