Damee albuudaa Ityoophiyaarratti dhaabbilee maallaqaa idil addunyaa garaagaraa waliin mariin…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Damee albuudaa Ityoophiyaarratti dhaabbilee maallaqaa idil addunyaa garaagaraa fi deeggartootaa waliin mariin gaggeeffamuu ibsameera.
Ministirri…
Uummanni Tigraay garbummaa hamaa keessa jira- Injinar Yamaanaa Hayilaa
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT uummata naannichaa ukkaamsuun garbummaa hamaa keessa akka jiraatu taasisuu miseensa bulchiinsa yeroo fi ittaanaan bulchaa godina…
Ejansiin Damee Misooma Faayinaansii Ityoophiyaa ifatti hojii eegale
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Ejansiin Damee Misooma Faayinaansii Ityoophiyaa ifatti hojii eegaluu beeksiise.
Guddina Damee Faayinaansii qaqqabamaa, hammataa fi itti…
Jijjiirama biyyaalessaa hordofee riifoormiin dhaabbilee nageenyarratti gaggeeffame bu’aa qabatamaa…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Jijjiirama biyyaalessaa hordofee riifoormiin dhaabbilee nageenyarratti gaggeeffame bu’aa qabatamaa galmeessaa jiraachuu Itti gaafatamaan…
Sagantaan walharkaa fuudhiinsa Maashinootaa gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Sagantaan walharkaa fuudhiinsa Maashinoota Oomishaa Waldaa Aksiyoona Daldalaa Faayinaansii Meeshaalee Kaappitaalaa Oromiyaa fi Biiroo carraa…
FBC Kitaabilee 2400 mana Kitaabaa Abrihootiif gumaache
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Faanaa Broordkaastiing Korporeet Kitaabilee kuma 2 fi 400 mana Kitaabaa Abrihootiif gumaacheera.
Dhaggeeffattoonnii fi daawwattoonni hundi adeemsa…
Miidiyaaleen hojiilee misoomaa jalqabaman akkaataa itti fufsiisuun danda’amu irratti hojjechuu…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Miidiyaaleen hojiilee misoomaa jalqabaman akkaataa itti fufsiisuun danda'amu irratti hojjechuu akka qaban Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Baatiwwan kurnan darban galiin Birrii biiliyoonni 282.5 walitti qabame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban galiin Birrii biiliyoonni 282.5 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Manni Maree Bakka Bu’oota…
Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisa Biyyaa miseensota isaaf manneen waliin jireenyaa carraan dabarsee…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisa Biyyaa miseensota isaaf manneen waliin jireenyaa carraan dabarsee kennuuf ta’uu ibsameera.
Faawundeeshinichi manneen…