Tapha Waancaa Afrikaa Bahaa fi giddugaleessaaf taphattoota 23’f waamichi taasiifame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha seekaafaaf taphattoota 23’f waamicha taasiiseera.
Leenjisaa olaanaan garichaa Fireew…