Idil Addunyaa Fiinlaand miseensa NATO ta’uuf murteessite Sifen Megersa May 15, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Fiinlaand NATOtti makamuuf murteessuu ishee ifatti beeksiifte. Preezdaantiin biyyattii Saawulii Niiniistoon walga'ii kaabinoota isaanii waliin…
Fayyaa Diyaaspoorawwan Ameerikaarraa dhufan Aanaa Kombolchaatti Hospitaalaa Walii galaa ijaaruuf dhagaa… Sifen Megersa May 15, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Diyaaspoorawwan Ameerikaarraa gara biyyaa dhufan Godina Harargee Bahaa Aanaa Kombolchaatti Hospitaalaa Waliigalaa ijaaruuf dhagaa bu'uuraa kaa'anniiru.…
Ispoortii Feedereeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Yaa’ii ariifachiisaa waliigalaa gaggeessaa jira Sifen Megersa May 15, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Feedereeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Yaa’ii ariifachiisaa waliigalaa gaggeessaa jiraachuu ibsameera. Feedreeshiniichi yaa’ii ariifachiisaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallisiin durfamu ijaarsa daandii Aspaaltii Wancii -Dandii daawwate Sifen Megersa May 15, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu ijaarsa daandii Aspaaltii Wancii - Dandii daawwateera. Proojektoota…
Oduu biyya keessaa Balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun ogeeyyii Inistiityuutii Fayyaa Hawaasaa 4 darbe Sifen Megersa May 15, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti ogeeyyii Inistiityuutii Fayyaa Hawaasaa hojiirra turanirra balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbuu ibsameera. Balaa…
Oduu biyya keessaa Koreen hojii raawwachiiftuu Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa waltajjii idilee gaggeessuu… Sifen Megersa May 15, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) –Koreen Hojii Raawwachiiftuu Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa waltajjii idilee gaggeessuu eegaleera. Miseensonni paartichaa sadarkaan jiran…
Ispoortii Fiigichi daandirraa mata duree ‘jalaalaf nan fiigaa’ jedhuun bulchinsaa magalaa Dirree… Sifen Megersa May 15, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Fiigichi daandirraa Kiiloo Meetira 5 fi 10 mata duree 'jalaalaf nan fiigaa' jedhuun bulchinsaa magalaa Dirree Dawaatti gaggeeffameera. Dorgommicha…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimallis ijaarsa Proojektii Ikkoo Turizimmii Dandii -Wancii eegalchiisan Sifen Megersa May 15, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Preezdaantiin bulchiinsa naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan ijaarsa Proojektii Ikkoo Turizimmii Dandii -Wancii eegalchiisaniiru. Qaama proojektii…
Ispoortii Liivar Puul Shaampiyoonaa Waancaa FA ta’e Sifen Megersa May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Kilabni Kubbaa miilaa Liivar Puul rukkuttaa adda bahiinsaan Cheelsii injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa FA ta'eera. Taphni idileen goolii malee qixaan…
Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 131 olitti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa May 14, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Torbee darbe keessa meeshaaleen kontiroobaandii karaa seeraan alaa gara biyya keessaa galuu fi alatti ba'uuf ture Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona…