Buna Gabaa Alaaf dhiyaaterraa galiin Doolarri miiliyoonni 900 ol argame
Finfinnee, Amajjii12, 2017 (FMC) –Baatiwwan jahan darban Buna Gabaa Alaaf dhiyaaterraa galiin Doolarri miiliyoonni 900 fi miiliyoonni 8 ol argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii beeksise.…