Hojiileen bu’aa qabeessi Humna Galaanaan eegalaman cimanii itti fufu jedhame
Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Humni Galaanaa Itiyoophiyaa hojiileen bu'aa qabeessi eegalaman cimanii kan itti fufan ta'uu beeksise.
Kuticha sadarkaa barbaadamuun cimsuufi raayyichaaf…