Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Kaampaalaa galan Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantiiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Addaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Ugaandaa Kaampaalaa galaniiru. Pireezidaamti Taayyeen…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Biiroolee Faayinaansii, Galiiwwanii, Pilaanii fi misoomaa Federaalaa fi naannolee… Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Waltajjiin marii Faayinaansii, Galiiwwanii, Pilaanii fi misoomaa Federaalaa fi naannolee 29ffaan magaalaa Jimmaatti taa’amuu eegaleera. Waltajjichi…
Oduu biyya keessaa Buufanni ammayyaa guyyaan dhangala’aa Liitira miiliyoona 30 qulqulleessuu danda’u eebbifame Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Boolee Arraabsaatti Buufata qulqulleessa dhangala’aa guyyaan Bishaan Liitira miiliyoona 30…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa Addunyaatti beeksisuuf maqaa gaarii ijaaruun barbaachisaa ta’uun ibsame Tsehay Guluma Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa sirriti beekuu fi Addunyaa biraaf beeksisuuf maqaa gaarii biyyaattii ijaaruun barbaachisaa ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa…
Dhugoomsa Ragaa Raashiyaan Itiyoophiyaaf deeggarsa qamadii taasifte odeeffannoon jedhu dogoggora ta’uun ibsame Debela Tadesse Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Raashiyaan godaantota Sudaan Kibbaa Gaambeellaatti argamaniif kan oolu, biyyoota garagaraarraa kan walitti qabamee deeggarsa Sagantaan Nyaataa Addunyaaf…
Idil Addunyaa Balaa Ibiddaa Kaaliifoorniyaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 10 gahe Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Balaa Ibiddaa Kaaliifoorniyaatti qabachuun hanga Loos Anjelesitti fulla’een lakkoofsi namoota du’anii 10 gahuu gabaafame. Bubbee cimaan naannawicha jiru…
Oduu biyya keessaa Cabiinsa damee barnootaatiin jiru waldhaanuu keessatti gaheen dhaabbilee miti mootummaa… Debela Tadesse Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)-Cabiinsa damee barnootaatiin jiru waldhaanuu keessatti gaheen dhaabbilee miti-mootummaa olaanaa ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis…
Oduu biyya keessaa Taatee eda Kibbaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaatti Samiirratti mul’ate Sifen Megersa Jan 10, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Eda galgala naannawaa sa’aatii 1:30 Taateen addaa Kibbaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaatti Samiirratti mul’achuu Waldaan Saayinsii Hawaa Itiyoophiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Kilaastara Sheedii Magaalaa Debela Tadesse Jan 9, 2025 0 Magaalonni keenyaa sirnaakkoo qormaatilee hedduuf mandhee ta’aniidha; godaannisa hundeeffama isaanii irraa kaasanii amma har’aatti giddugala hiyyummaafi hojii dhabdummaan itti angaa’eedha.…
Oduu biyya keessaa Ummanni deeggarsa Hidhachaaf taasisu cimsee akka itti fufu gaafatame Debela Tadesse Jan 9, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) –Ummanni ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf deeggarsa taasisaa jiru cimsee akka itti fufu gaafatame. Baatiiwwan shanan darbanitti galiin Birrii…