Aadde Adaanech Abeebeen Awutoobisiiwwan Elektiriikiin hojjetan 100 hojii eegalchiisan
Finfinnee, Bitootessa 23, 2017 (FMC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen guyyaa har'aa Awutoobisiiwwan Elektiriikiin hojjetan 100 hojii eegalchiisaniiru.…