Balballoommii fi yaada Gareen Aadaa Ityoophiyaa gara Eertiraa imaluuf jedha Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Gareen Aadaa Ityoophiyaa gara Eertiraa imaluuf jedha Garichi Ministiri Deettaa Ministira Aadaa fi Tuuriziimii FDRI aadde Bizunesh Masaratiin kan durfamu…
Oduu biyya keessaa Deeggartoonni misoomaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara Ameerikaa Biiliyoona 3 gumaachuuf waadaa… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Deeggartoonni misoomaa fooyya'insa dinagdee biyya keessaaf kan oolu doolaara Ameerikaa biliyoona 3 gumaachuuf waadaa galaniiru. Muummeen Ministira…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Shifarraaw, MM Sudaan Abdallaa Haamdook waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Shifarraaw Jaarsoon, muummee ministiraa mootummaa cee'umsaa Sudaan Abdallaa Haamdook waliin mari'atan. Ambaasaaddar…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Qonnaa Proojaktii Misooma Qabeenya Beelladaa fi Qurxummiif konkolaattoota dhibba 1 fi 22… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Ministeerri Qonnaa Proojaktii Misooma Qabeenya Beelladaa fi Qurxummiif konkolaattoota dhibba 1 fi 22 deeggarsaan laate. Furtuu konkolaattootaa minstirri…
Teeknooloojii Dr Injiinar Geetaahuun Eejansii Humna Atoomiikii Addunyaatti daayreektara tumsa teeknikaa Afrikaa… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaan Eejansii Humna Atoomiikii Addunyaatti daayreektara tumsa…
Ispoortii Kilabiin Sabbataa ispoonsara waggaa afurii Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Kilabiin magaalaa Sabbataa ispoonsara waggaa afurii; Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse. Bara kana waggoota dheeraa booda gara…
Oduu biyya keessaa Fooramiin qindoomina qamolee haqaa hundeeffame Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Fooramiin qindoomina qaamolee haqaa naannoo Oromiyaa hundeeffame. Fooramichi sirna haqaa naannichaa ammayyeesuuf ga'ee ni qabaata jedhameera. Manni…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq daayreektara olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Preezdaant Saahilawarq Zawdeen daayreektara olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Deeviid Biizlii waliin mari'atan. Preezdaant Saahilawarq daayreektaricha…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Noorweey hariiroo isaanii cimsuuf kan hojjetan ta’uun ibsame Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Noorweey hariiroo isaanii cimsuuf kan hojjetan ta'uun ibsame. Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Dooktar Maarqoos Takleen itti…
Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaa Uuman miseensota Koomiishinii Araaraa Biyyoolessaa waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Injiinar Taakkalaa Uuman miseensota Koomiishinii Araaraa Biyyoolessaa waliin mari'atan Koomiishinichi hojii waliigaltee biyyoolessaa uumuuf hojjetu…