Ejansichi Motor Saaykiloota kuma 1 naannoolee fi bulchiinsota magaalaaf kenne
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Ejansiin Imigireeshinii Lammummaa fi Galmeessa Ragaalee Bu’uraa Motor Saaykiloota kuma 1 naannoolee fi bulchiinsota magaalaa hundaaf kennuu beeksise.…