Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalichaa jiraattoota kuma 200 ‘f Maaddii qoode

Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Ayyaana sooma hiikaa sababeeffachuun jiraattoota magaalichaa galii gadi aanaa qaban kuma 200’f maaddii qoodeera.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen haasawaa taasisaniin, Bulchiinsi magaalichaa bara 2017 yeroo 8ffaaf maaddii qooduu himaniiru.
Fiqirtee kabbadaatu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.