Browsing Category
Biiznasii
Humni Elekrikaa baatiwwan sadan darban galii Birrii biiliyoona 8.7 ol argachuu ibse
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Humni Elekrikaa Itiyoophiyaa baatiwwan sadan darban gurgurtaa humna biyya keessaaf dhiyeessarraa galii Birrii biiliyoona 8 fi miiliyoona 700 ol argachuu…
Jaappaan Itiyoophiyaaf deeggarsa doolaara miiliyoona 11 taasisuuf waliigaltee mallatteessite
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Mootummaan Jaappaan Itiyoophiyaaf deeggarsa doolaara miiliyoona 11 taasisuuf waliigaltee Mallatteesseera.
Deeggarsi taasifamees Piroojektii…
Itiyoophiyaan biyya qabeenya albuudaan badhaateedha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan biyya qabeenya albuudaan badhaate ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad har’a Warshaa Albuuda…
Yuuniyenichi Bunarraa galii Doolaara miiliyoona 14 argachuuf hojjechaa jira
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Yuuniyeniin Kattaa Mudugaa Buna gabaa alaaf dhiheessuun galii Doolaara miiliyoona 14 argachuuf hojjechaa jiraachuu beeksise.
Yuniyenichii yaa'ii isaa…
Rakkoo daldala Ashaboon walqabatu furuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Oomishaalee hojmaata Moonoopiiliif saaxilamanii turan keessaa tokko kan ta’e rakkoo Daldala Oomisha Ashaboo furuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri…
Meeshaaleen ‘Firaankoo Vaaluutaan’ galaa turan sanada wabii Baankota Daldalaan akka galfaman…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC)- Meeshaalee bu’uuraa 'Firaankoo Vaaluutaan' galaa turan sanada wabii baankota daldalaan akka galfaman murtaa’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…
Yeroo jalqabaaf oomishni kuduraalee Dooniin gabaa alaaf dhiyaatan
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf oomishalee kuduraa Dooniidhaan fe’uun gabaa Awurooppaaf dhiyeessuu eegaluu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Dhaabbanni Itiyoo…
Markaatootti gabaan haala tasgabbii qabuun gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinnee naannawaa Markaatootti qabeenyi daldaltoota dhaalamuufi, Suuqiwwan cufamuuf jedhamuun burjaajiin garagaraa miidiyaalee hawaasummaan…
Tajaajilichi abbaa carraa miiliyoona 20 badhaase
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Tajaajilli Lootarii Itiyoophiyaa abbaa carraa miiliyoona 20 badhaaseera.
Tajaajilichi Qaammee 5, 2016 carraa baheen abbaa carraa 1ffaa miiliyoonni…
Baatiiwwan sadan darban oomisha bunaarraa galiin Doolaara miiliyoona 520 argame-ATBShI
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC)- Baatiiwwan sadan darban oomisha Bunaa gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaara miiliyoona 520 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa…