Browsing Category
Biiznasii
Mootummaan boba’aa dabalatee meeshaalee bu’uuraarratti deeggarsa olaanaa taasiseera- Obbo Ahimad…
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) –Mootummaan boba’aa dabalatee meeshaalee bu’uuraarratti dhiyeessii gahan akka jiraatuuf deeggarsa olaanaa taasiseeraa jedhan Ministirri Ministeera…
Dhaabbatichi lammiilee miiliyoona 1 oliif tajaajila geejjibaa kennaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)-Deddeebii guyyaatti taasisuun lammiilee miiliyoona 1.1 oliif tajaajila geejjibaa kennaa jiraachuu Dhaabbanni Tajaajilaa Geejibaa Awutoobisii Magaalaa…
Mootummaan deeggarsi gatii boba’aaf taasifame kaayyoo karoorfameef ooluusaa hordoffii cimaa taasisa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Mootummaan deeggarsi gatii boba’aaf taasifame kaayyoo karoorfameef ooluusaa hordoffii cimaa taasisaa jiraachuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…
Baankota alaa waliin dorgomuuf qophaa’aa jiraachuu baankonni biyya keessaa ibsan
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC)- Baankota alaa gara Itiyoophiyaa dhiufuun hojjechuuf jiran waliin dorgomuuf qophii barbaachisaa taasisaa jiraachuu baankonni biyya keessaa ibsaniiru.…
Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 75tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 75tti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Komishinichi Mudde 25-Amajjii…
Dhaabbatichi oomishaalee Birrii biiliyoona 2.6 baasaan gabaaf dhiyeesse
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii Itiyoophiyaa baatiwwan shanan darban keessa oomishaalee Birrii biiliyoona 2.6 ol baasaan gabaaf dhiyeessuu…
Labsiin Sirna Bittaa fi Gurgurtaa Bu’aalee Boba’aa ragga’e
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 14ffaa har’a gaggeesseen labsii sirna bittaa fi gurgurtaa bu’aalee boba’aa irratti mari’achuun sagalee…
Oromiyaatti baatiwwan Jahan darban Tuurizimiirraa galiin Birriin biiliyoonni 29 ol argame
Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan jahan darban Misooma Tuurizimiirra galiin Birriin biiliyoonni 29 ol argamuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii naannichaa ibse.…
Gatii gurgurtaa qinxaaboo boba’aarratti sirreeffamni taasifame
Finfinnee, Mudde 29, 2017 (FMC)- Gatii gurgurtaa qinxaaboo boba’aarratti sirreeffamni gatii taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse.
Ministeerichi Faanaa…
Konkolaattoonni boba’aa fe’anii dhokatanii turan to’ataman
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Bootteewwan Boba'aa fe'anii iddoolee garaagaraatti dhokachaa turan to'atamuu Abbaan Taayitaa Boba'aa fi Inarjii beeksise.
Biiroon Daldalaa Naannoo…