Browsing Category
Biiznasii
Komishinichi gamoo Birrii miiliyoona 500’n Kombolchaatti ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC)- Komishiniin Gumurukaa Gamoo tajaajila biiroo Birrii miiliyoona 500’n Magaalaa Kombolchaatti ijaarsise eebbisiiseera.
Sirna eebba gamichaarratti Ministirri…
Meedirook Birrii biiliyoona 26’n Warshaa Warqee Beenishaangul Gumuzitti ijaaruufi
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Garee Investimantii Meedirook Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Matakkal Aaanaa Bulanitti Warshaa Warqee Birrii biliyoona 26’n ijaaruuf ta’uu beeksise.…
Daldala Alaa damee Hortiikaalcheriirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 16 ol argame
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Baatiwwan shanan darban keessa Daldala Alaa damee Hortiikaalcheriirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 16 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi…
Riizoortiin Haayilee Jimmaatti tajaajila eegale
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Reezoortiin Hayilee 10ffaan Magaala Jimmaatti Birrii biiliyoona 1.7’n ijaarame tajaajila eegaleera.
Rezoortiichi akka naannawaa Kibba Lixaatti kan…
Baankichi sosochii tajaajila Maamiltootaa Baatii tokkoof turu eegalchiise
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa sosochii tajaajila Maamiltootaa Baatii tokkoof turu eegalchiiseera.
Sosochichi mata duree 'Kenniinsa tajaajilaa Caaluun,…
Baatiwwan Arfan darban Daldalaa Alaaraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) – Baatiwwan Arfan darban Daldalaa Alaaraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksiise.…
Koreen Imaammata Maallaqaa Walga’ii jalqabaa gaggeesse
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Koreen Imaammata Maallaqaa Walga’ii jalqabaa gaggeessuu Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksise.
Korichi haala diinagdee gooroo biyyattitti dhiyeenya…
Boba’aa seeraan alaa gurguramaa turerratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) –Boba'aa seeraan alaa gurguramaa turerratti tarkaanfiin seeraa fi bulchiinsaa fudhatamuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Oomisha Muuzii gabaa Baha Giddugaleessaaf dhiyeessuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Oomisha Muuzii gabaa Baha Giddugaleessaaf dhiyeessuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu Naannoon Kibba Itiyoophiyaa beeksise.
Naannichatti yeroo ammaa…
Filmaatawwan dijitaalaa baankichaan Birriin tiriiliyoonni 1.36 daddabarfamuun ibsame
Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)-Filmaatawwan dijitaalaa baankichaan Birrii tiriiliyoona 1.36 daddabarfamuu Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa beeksise.
Baankichi Yaa’ii Waliigalaa 19ffaa…