Tigraayitti lammiilee kuma 3 ol ta’aniif tajaajilli yaala moora ijaa bilisaan kennamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Naannoo Tigraayitti lammiilee kuma 3 ol ta'aniif tajaajilli yaala baqaqsanii yaaluu Moora ijaa bilisaan kennamaa jira.
Tajaajila yaala bilisaa kana…
Dooktar Maqdas Dhaabaan jila Faawundeeshinii Biil and Miliindaa Geetis waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) - Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan jila Faawundeeshinii Biil and Miliindaa Geetis waliin mari'ataniiru.
Tumsi dhaabbilee lamaan…
Naannoo Tigraayitti Piroojektiin fooyyessa sirna nyaataa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) - Naannoo Tigraayitti Piroojektiin sirna nyaata hawaasaa fooyyessu ifoomeera.
Piroojektichi bakka hoggantoonni olaanoon bulchiinsa yeroo naannoo…
Faayidaa Soomni Fayyaa namaaf qabu
Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) – Soomni Guddaan Hordoftoota Amantaa Ortodoksii Waloomaa fi Hordoftoota Amantaa Islaamaa Ramadaanni har’a eegaleera.
Soomanni kunneen hordoftoota…
Tajaajila Fayyaa Qulqullina qabu Waliingahuuf Itti Fayyadamni Teeknooloojii murteessaa ta’uu…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC) -Tajaajila Fayyaa Qulqullina qabu Waliingahuuf Itti Fayyadamni Teeknooloojii murteessaa ta'uu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Yaa'iin biyyaalessaa…
Waggoottan shanaan darban shamaarran miiliyoonni 2.4 Talaallii Kaansarii Fiixee Balbala Gadameessaa…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Waggoottan shanaan darban shamaarran miiliyoonni 2.4 Talaallii Kaansarii Fiixee Balbala Gadameessaa fudhachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.…
Duulli Talaallii Ittisa Kaansarii Fiixee Balbala Gadaamessaa jalqabame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Duulli Talaallii Ittisa Kaansarii Fiixee Balbala Gadaamessaa eegalamuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksise.
Dhibeewwan kaansarii…
Dhibee Taayifoodii
Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Dhibeen Taayifoodii baakteriyoota "Salmonella Typhi" ykn "Salmonella Paratyphi" jedhamaniin dhufa.
Dhukkubni kun biyyoota guddataa jiran keessatti…
Ogeeyyiin Yaala Fayyaa Poolaandi tajaajila yaala bilisaa kennaa jiru
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Ogeeyyiin Yaala Fayyaa Poolaandi Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Xiqur Anbassaatti tajaajila yaalaa bilisaan kennaa jiru.
Ogeeyyiin yaala Fayyaa…
Duulli talaallii ittisa Kaansarii Fiixee Gadameessaa Guraandhala 25 eegala jedhame
Finfinnee, Guraandhala 19, 2016 (FBC)-Talaaliin Kaansarii Fiixee Gadammeessaa Guraandhala 25-29, 2016 bifa adda guddattoota umrii 14’f duulaan kan kennamu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.…