Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Proojaktoota ijaarsi isaanii harkifate xumursiisuuf Birriin miiliyoonni 500 ramadameera
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Proojaktoota ijaarsisaanii harkifate xumursiisuuf Birriin miiliyoonni 500 ramadameera.
Sadarkaa itti aanaa preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaatti…
Ityoophiyaa keessatti guyyaan namoonni 13 balaa tiraafikaan ni du’u
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) –Waltajjiin marii qorannoo nageenya tiraafikaa irratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.
Waltajjiin marii kun haala walii gala nageenya tiraafikaa…
Walga’iin bulchiinsa daangaa Iityoo – Jibuutii, Jigjigaatti taa’amaa jira
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Walga'iin bulchiinsa daangaa waloo Iityoo - Jibuutii 26ffaan Jigjigaatti taa'amaa jira.
Waltajjichi har'a Amajjii 5 eegalee amma iftaan…
Waltajjiin waloo manneen maree naannoolee sadii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Waltajjiin waloo manneen maree naannoo Oromiyaa, Afaarii fi Amaaraa magaalaa Samaraatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjiin sadee kun qopheessummaa mana maree…
Preezdaantiin Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Jigjigaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Piitar Maawuraa giddugala deebisanii dhaabuu qamaa midhamtoota magaalaa Jigjigaa daawwatan.
…
Ministiroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarratti Ameerikaatti…
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Ministiroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarratti Ameerikaatti mari'achaa jiru.
Ministiroonni kanneen kaleessaa…
Godina Baalee, Booranaa fi Gujiitti Awwaannisa ittisuuf xiyyaaronni dabalataa ergaman
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Awwaanisa gammoojjii Godina Baalee, Booranaa fi Gujiitti uumaman ittisuuf xiyyaaronni dabalataa gara naannichaatti akka bobba’an Ministeerri Qonnaa ibse…
Ameerikaatti gargaaraan barreessaa dhimmoota Afrikaa Tiiboor Naazh Ityoophiyaa daawwachuufi
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Ameerikaatti gargaaraan barreessaa dhimmoota Afrikaa Tiiboor Naazh Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa shan daawwannaa ni taasisu.
Tiiboor Naazh…
Misooma Bunaa irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jira
Finfinnee,Amajjii 4, 2012 (FBC) – Bara kana misooma Bunaa irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru Dooktar Girmaa Amanteen himan.
Duullii Buna dulloomee gamashuu godina Jimmaatti…
Manneen Jireenyaa waliinii kumni 38 yeroo dhiyootti jiraattootaaf ni dabarfamu
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfninnee Manneen jireenyaa waliinii ijaarsi isaanii xumuraman kuma 38 yeroo dhiyootti jiraattootaaf kan dabarsu ta’uu beeksise.…