Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr Abiyyii fi preezdaant Isaayyaas Bishooftuu fi Duukam daawwatan
Finfinnee, Muddee 16, 2012(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin hojiilee misoomaa magaalaa Bishooftuu daawwatan.
…
Ijaarsi daandii aspaaltii Waraabee Boozhabar eegalame
Finfinnee, Muddee 16, 2012(FBC)- Ijaarsi daandii aspaaltii Waraabee Boozhabar (Waraabee- Kutarree - Qaawwaa - Qottoo - Boozhabar) eegalame.
Ijaarsi daandichaa kiilo meetira…
Koonfiraansiin Nageenyaa Magaalaa Asoosaatti taa’amaa jira
Finfinnee, Muddee16, 2012(FBC)- Koonfiraansiin Nageenyaa Magaalaa Asoosaatti taa'amaa jira.
Koonfiraansii kanas kan qopheesse Waajjira Qindeessaa Sagantaa Nageenyaa fi Misooma Waliinii…
MM Dr Abiyyii fi preezdaant Isaayyaas Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwachaa jiru
Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli Eertiraa preezdaantii biyyattii Isaayyaas Afawarqiitin duurfamu Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwachaa…
Baankiin Daashin proojaktii carraa hojii uumu Birrii miiliyoona 100 ifoomse
Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Baankiin Daashin proojaktii carraa hojii uumu Birrii miiliyoona 100 ifoomseera.
Proojaktiin moggaasa 'Ityoophiyaa taalant paawar siiryes' jedhamu argate…
Waltajjiin jaarsolii biyyaa naannoo Tigraayii fi Amaaraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Waltajjiin jaarsolii biyyaa naannoo Tigraayii fi Amaaraa gaggeeffamaa jira.
Waltajjiin marii ummattoota, jaarsolii biyyaa fi hayyoota naannoo…
Jilli hoggansa mootummaa naannoo Oromiyaa Soomaalii Laand daawwate
Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Jilli hoggansa mootummaa naannoo Oromiyaa Soomaalii Laand daawwate.
Jilichi sadarkaa itti aantuu preezdaantiitti qindeessituu kilaastara diinagdee…
Preezdaanti Isaayyas Afawarqii proojaktii Shaggar daawwatan
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) - Preezdaanti Isaayyas Afawarqii Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waliin piroojaktii misooma Inxooxxoo fi naannooshee daawwataniiru.
Daawwannaa…
Sagantaan simannaa Frewaynii Mabiraahtuu ni taasifama jedhame
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) – Sagantaan simannaa badhaasa “ Gootummaa” bara Faranjoota 2019 CNN kan injifatte Frewaynii Mabiraahtuu ni taasifama jedhame.
Bulchiinsi Magaalaa…
Paartiin Badhaadhinaa boordii filannoora beekkamtii argate
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) - Boordiin filannoo biyyaalessaa Ityoophiyaa haala gaaffiiwwaan galmee paartiiwwanirratti murtee garagaraa dabarseera.
Boordiin filannoo biyyaalessaa…