Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Noorweey hariiroo isaanii cimsuuf kan hojjetan ta’uun ibsame
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Noorweey hariiroo isaanii cimsuuf kan hojjetan ta'uun ibsame.
Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Dooktar Maarqoos Takleen itti…
Injiinar Taakkalaa Uuman miseensota Koomiishinii Araaraa Biyyoolessaa waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Injiinar Taakkalaa Uuman miseensota Koomiishinii Araaraa Biyyoolessaa waliin mari'atan
Koomiishinichi hojii waliigaltee biyyoolessaa uumuuf hojjetu…
Badhaasni noobeelii Dilbata dhuftu Goda Hambaa Biyyoolessaa ni kaa’ama
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Badhaasni noobeelii nageenyaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Dilbata dhuftu Goda Hambaa Biyyoolessaa ni kaa'ama jedhame.
Abbaan Taayitaa Eegumsa…
Deenmaark filannoo biyyoolessaa gaggeeffamuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 1.5 laachuuf waliigaltee…
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Deenmaark filannoo biyyoolessaa gaggeeffamuuf Doolaara Ameerikaa miiliyoona 1.5 laachuuf waliigaltee deeggarsaa mallatteessite.
Waliigalticha…
Balaa konkolaataa Nagallee Arsiitti mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Balaa konkolaataa bulchiinsa magaalaa Nagallee Arsiitti ga'een lubbuun namoota 3 darbe.
Qabeenyarras miidhaa cimaan ga'eera.
Balichi iddoo Dildila…
Waltumsaan hojjechuun jijjiirramuun barbaachisaa ta’uu preezdaant Saahilawarq Zawdeen…
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) - Waltumsaan hojjechuun jijjiirramuun barbaachisaa ta'uu preezdaant Saahilawarq Zawdeen beeksisan.
Kopha kophaa deemurra waliigalteen tumsaan imaluun bu'a…
Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara biiliyoona 2.9 ifoomse
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara biiliyoona 2.9 ifoomse.
Dhaabbatichi deeggarsicha ifoomsuu muummee ministiraa Dooktar Abiy…
Sagantaa fi seera ittiin bulmaataa Paartii Badhaadhinaarratti waltajjiin gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Sagantaa fi seera ittiin bulmaataa Paartii Badhaadhinaarratti waltajjiin leenjii hubannaa uumuu gaggeeffamaa ture xumurame.
Leenjii fi hubannichi…
Biriitaaniyaan mala misooma magariisaa Ityoophiyaa cimsitee akka deeggartu beeksifte
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Qopheessituun yaa’ii jijjiirama qabeenya qilleensa addunyaa 26ffaa Biriitaaniyaan mala misooma magariisaa Ityoophiyaa cimsitee akka deeggartu beeksifte.…
Manni Amantaa Ortodooksii Ityoophiyaa ayyaanni Cuuphaa hambaa kiliyaa addunyaa ta’ee…
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Manni Amantaa Ortodooksii Ityoophiyaa ayyaanni Cuuphaa hambaa kiliyaa addunyaa ta'ee galmaa'uu isaatin gammachuushee ibsatte.
Paatriyaarkiin Ortodooksii…