Browsing Category
Ispoortii
Taphoota liigii biyyoota Awrooppaa eda galgalaan Faransaayii fi Beeljiyeem markattoota isaanii…
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) –Taphoota liigii biyyoota Awrooppaa sagal eda galgala taphatamaniin Faransaayii fi Beeljiyeem milkaa’aniiru.
Taphoota neeshin liigii Awrooppaa eda galgala…
Tapha Waancaa Liigii Biyyoota Awrooppaan Xaaliyaaniin Neezarlaand injifatte
Finfinnee, Qaammee 3,2012 (FBC) –Tapha Waancaa Liigii Biyyoota Awrooppaa eda galgala tapahameen Xaaliyaaniin, Poolaand, Noorweey fi Roomaaniyaan milkaa’aniiru.
Tapha Liigii…
Siifan Hasanii fi Mo Faaraan Rikoordii Addunyaa sa’aatii tokkoo Birasilisitti fooyyeessan
Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC) – Siifan Hasanii fi Mo Faaraan Rikoordii Addunyaa sa'aatii tokkoo Birasilisitti fooyyeessaniiru.
Atileetiin Dhalootaan Itiyoophiyaa Neezerlandisiif…
Maanchistar Yunaayitid Ayaks Irraa Doonii Vaan Dee Beek Mallatteessifate
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC) –Maanchistar Yunaayitid Ayaks Irraa Doonii Vaan Dee Beek Mallatteessifate.
Maanchistar Yunaayitid taphataa Gannaa 23 Doonii Vaan Dee Beek Ayaks Irraa…
Shaampiyoonsi Liigii dubartoota Awrooppaan gareen dubartoota Liyoon abbaa waancaa ta’e
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii dubartoota Awrooppaan gareen dubartoota Olompik Liyoon Woolviisbarg 3 fi 1n injifachuun abbaa waancaa ta’e.
Tapha…
Tiyaagoo Siilvaan Cheelsiitti makame
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Taphataan sarara ittisaa lammiin Braaziil Tiyaagoo Siilvaan kilaba Ingiliiz Cheelsiif mallatteessuu himame.
Tiyaagoo Siilvaan waliigaltee…
Baayar Muuniik si’a ja’affaaf waancaa chaampiyoonsi liigii Awrooppaa injifate
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Baayar Muuniik si'a ja'affaaf waancaa chaampiyoonsi liigii Awrooppaa injifate.
Kilabiin Jarman Baayar Muuniik kilabii Faransaay Paariis Seent Jarman…
Dorgommiin priimiyar liigii Ityoophiyaa gurguramuufi
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Dorgommiin priimiyar liigii Ityoophiyaa gurguramuufi.
Aksiyoonni priimiyar liigichaa dorgommicha qaamolee miidiyaa televiizhiniin dabarsuu…
Baayar Muuniik, Liyoon 3f 0dhaan injifachuun xumura shaampiyoons liigii Awrooppaaf darbe
Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Baayar Muuniik, Liyoon 3f 0dhaan injifachuun xumura shaampiyoons liigii Awrooppaaf darbe.
Kilabiin Jarman Baayar Muuniik tapha xumura…
Roonaald Kiiyuuman leenjisa Baarseeloonaa ta’an
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Roonaald Kiiyuuman leenjisaa Kilaba Ispeen Baarseeloonaan ta’uun muudadaman.
Leenjisaan duraanii garichaa Kiikee Seetiiyeen erga…