Browsing Category
Ispoortii
Obbo Isaayyaas Jiraan itti aanaa preezdaantii Seekaafaa ta’uun filataman
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Obbo Isaayyaas Jiraan itti aanaa preezdaantii Waldaa Kubbaa Miillaa Biyyoota Jiddugalaa fi Baha Afrikaa/Seekaafaa ta'uun filataman.
Preezdaantiin…
Ramaddiin Moo’anii Darbuu Liigii Awrooppaa Ifoome
Haaluma Kanaan
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Ramaddiin moo’anii darbuu Liigii Awrooppaa ifoome.
Haaluma kanaan;
Woolvis – Espaanyool
Spoortiing Leezban – Baakshaayar…
Dorgommiin fiigicha gabaabaa, jiddugaleessaa fi gochaalee dirreerraa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Dorgommiin fiigicha gabaabaa, jiddugaleessaa fi gochaalee dirreerraa gaggeeffamuu eegale.
Dorgommii Ityoophiyaa har'a Istaadiyamii Finfinneetti eegale…
Ramaddiin tapha moo’anii darbuu Chaampiyoons liigii Awrooppaa ifoome
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Ramaddiin tapha moo'anii darbuu Chaampiyoons liigii Awrooppaa ifoome.
Haaluma kanaan;
Liyoon - Juuveentuus
Cheelsii - Baayar Muuniik…
Dorgommiiwwan atleetiksii Sanbataa fi Dilbata gaggeeffamaniin Ityoophiyaanonni mirgaan galaniiru
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Dorgommiiwwan atleetiksii Sanbataa fi Dilbata gaggeeffamaniin Ityoophiyaanonni mirgaan galaniiru.
Dorgommichaan atleetonni Ityoophiyaa 36 hirmaataniiru.…
Atleet Eeluud Kiippichoogeen Atleetii Cimaa BBC bara Faranjootaa 2019 ta’uun filatame
Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) – Atleetiin lammii Keeniyaa Eeluud Kiippichoogeen Atleetii Cimaa BBC bara Faranjootaa 2019 ta’uun filatame.
Atleet Eeluud Kiippichoogeen bara kana fiigicha…
Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) - Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan Jaappaan Kaasaamaatti gaggeeffame.
Dorgommii kanaan Atleetoonni Ityoophiyaa…
Kilabiin Sabbataa ispoonsara waggaa afurii Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Kilabiin magaalaa Sabbataa ispoonsara waggaa afurii; Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse.
Bara kana waggoota dheeraa booda gara…
illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti…
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera.
Dorgommichi Jaappaan magaalaa…