Itiyoo-Injinariingi Giruuppi Konkolaattoota Elektirikaa oomishuuf karoorfate -Ambaasaaddar…
Finfinnee, Amajjii 20, 2017 (FMC) – Itiyoo-Injinariingi Giruuppiin bara dhufuu eegalee Konkolaattoota Elektirikaa biyya keessatti oomishuuf karoorfachuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Naannawaa dijitaalawaa nageenyummaan isa eegamee ijaaruun milkaa’ina Dijitaal Itiyoophiyaaf…
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)-Naannawaa dijitaalawaa nageenyummaan isa eegame ijaaruu fi sodaawwan saayibarii ittisuun, milkaa’ina Dijitaal Itiyoophiyaaf murteessaa ta’uu Ministirri…
Dargaggeessa meeshaalee gatamanirraa maashina faayidaa adda addaaf oolu hojjete
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti Dargaggoo Xaahir Hiisaan meeshaalee gatamanirraa maashina balfa walitti qabuu fi qonnaaf oolu hojjechuun ibsame.
Dargaggoo Xaahir…
Komiishinichi sirna hordoffii sochii fee’iinsaa teeknooloojii ammayyaan durfamu hojiiraa oolchuuf…
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) - Komishiniin Gumurukaa sochiiwwan fe’umsaa fi meeshaalee naanoolee daangaa kan to’atu sirna elektrooniksii kaargoo hordofu hojiirra oolchuuf akka jiru…
Naannawichatti uwwisa waljijjiirraa interneetii babal’isuun bu’aa galmeessuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) – Biyyoota miseensa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa ta’an gidduutti uwwisa waljijjiiraa interneetii babal’isuun bu’aalee haarawaa galmeessuun…
Manni Murtichaa Tiiktookiin yoo hingurguramne akka cufamu deeggarsa seeraa gaafatu kenne
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Manni Murtii Waliigalaa Ameerikaa Tiiktookiin nageenya biyyalessaaf yaaddoo ta’uun akka cufamu, yoo hintaane ammoo akka gurguramu kan gaafatu deeggarsi…
Buufanni Chaarjii konkolaattota elektirikii fageenya kiiloo meetira 50 irratti akka hundaa’u…
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Sadarkaa biyyaalessaatti Buufanni Chaarjii konkolaattota elektirikii garaagarummaa fageenya kiiloo meetira 50 fi 120 irratti akka hundaa’u murtaa’eera.…
Baankichi filannoowwan Diijitaalaan Birrii Tiriiliyoona 5.3 daddabarsuu beeksise
Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa baatiwwan jahaan darban filannoowwan Diijitaalaan Birrii Tiriiliyoona 5.3 daddabarsuu beeksiseera.
Baankiin Daldala…
Appilikeeshiniin Hubannoo Namtolcheen (AI) Odeeffannoo Pooliyoo kennuu ifoome
Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Appilikeeshiniin Hubannoo Namtolchee (AI) fayyadamuun odeeffannoo Dhibee Pooliyoo kennu ifoomeera.
Itiyoophiyaatti hanqina hordoffii Pooliyoo hambisuuf…
Lammiileen kuma 400 ol leenjii koodarootaa fudhachaa jiru
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Inisheetiivii Koodaroota Itiyoophiyaanota miiliyoona 5’n lammiileen kuma 400 fi kuma 22 fi 842 leenjii fudhachaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi…