Yuunivarsiitichi bara kana Qorannoowwan adda addaa 80 hawaasa biraan gahuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Haramayaa Bara kana Qorannoowwan adda addaa 80 hawaasa biraan gahuu beeksiseera.
Yuunivarsiitichi Kora Gamaaggama…
Barattoonni Itiyoophiyaa dorgommii ICT Huwaawwee idil Addunyaa Chaayinaatti gaggeeffame Badhaasa…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Barattoonni Itiyoophiyaa dorgommii xumuraa ICT Huwaawwee idil Addunyaa Chaayinaatti gaggeeffame Badhaasa 3ffaa injifataniiru.
Barattoonni…
Agarsiifni Saayinsii fi Kalaqaa sadarkaa magaalaa 9ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Agarsiisni Saayinsii fi kalaqaa marsaa 9ffaan sadarkaa magaalaa manneen barnootaa magaalaa Finfinnee Paarkii Michummaatti eegalame.…
Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqni guddina biyyaaf gahee murteessaa qabu jedhame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqni guddina biyyaa fi nageenya hawaasummaa gabbisuuf gahee murteessaa qabaachuu Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi…
Obbo Taaggasee Caafoon Sirna Bulchiinsa Miidiyaa Diijitaalaa Itiyoophiyaa hojii eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon sosochii Hojii Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa daawwataniiru.…
Yuunivarsiitichi Waltajjii Qorannoo waggaa 8ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) –Yuunivarsitiin Saayinsiifi Teeknooloojii Finfinnee Waltajjii qorannoo waggaa 8ffaa gaggeessaa jiraachuun ibsame.
Waltajjichi mata duree…
Guddattoonni Itiyoophiyaa dorgommii idil addunyaa Rooboofestirratti hirmaataa jiru
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Guddattoonni Itiyoophiyaa Ameerikaatti argamuun dorgommii idil addunyaa Rooboofestirratti hirmaataa jiru.
Dorgommii Ameerikaa…
Itiyoophiyaan Giddugala qorannoo Saayinsii Niwukleerii fi Teeknooloojii ijaaruuf hojjechaa jiraachuu…
Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Giddugala qorannoo Saayinsii Niwukleerii fi Teeknooloojii ijaaruuf hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii…
Itiyoo Teelee Koom sadarkaa biyyaatti tajaajila galmee Waraqaa Dijiitaala biyyaalessaa eegalchiise
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Itiyoo Teelee Koom sadarkaa biyyaatti tajaajila galmee Waraqaa Dijiitaala biyyaalessaa eegalchiisuu beeksiise.
Ji’aan giddugaleessan lammiilee miiliyoona…
Waldichii fi Laaminoo Injinariingii bittaa meeshaalee galmee Waraqaa eenyummaa dijitaalaa…
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Waldaan Baankota Itiyoophiyaa fi Laaminoo Injinariingii bittaa meeshaalee galmee Waraqaa eenyummaa diijitaala biyyoolessaa raawwachuuf waliigaltee…