Browsing Category
Uncategorized
Magaalota garee shororkeessitoota ABUT fi Shaneen miidhaan irra ga’e gara sochiitti deebisuu…
Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Magaalota gochaa garee shororkeessitoota ABUT fi Shaneen miidhaan irra ga’e gara sochii idileetti deebisuun akka barbaachisu hoggantoonni Biiroo Maallaqaa…
Kutaa magaalaa Eekkatti meeshaaleen waraanaa lafa keessa awwallamanii turan to’atame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Eekkaatti meeshaaleen waraanaa lafa keessa awwaallamee ture eeruu ummataan to’atame.
Kutaa magaalaa aanaa 2…
Gareen shororkeessaa ABUT fi Shanee godina Saba Oromoo Kamiseetti haleelamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT fi Shanee godina Saba Oromoo Kamiseetti weerarri gaggeessaa jiran barbadeeffamaa jiraachuu bulchaan godina Saba Oromoo Kamisee…
Hojmaata badaa fi dhamaatii ummataa hambisuun tajaajila dhaqqabamaa ta’e laachuun hojii ijoo ta’a –…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Hojmaata badaa, hannaa fi dhamaatii ummataa hambisuun tajaajila dhaqqabamaa ta’e laachuun hojii ijoo mootummaan ta’uu Itti aanaan Preezdaantii…
Obbo Zhaanxiraar Abbay Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa Mana Maree magaalaa obbo Zhaanxiraar Abbay Itti aanaa Kaantiba Magaalichaa taasiisuun filateera.
Haaluma…
Obbo Shimallisa Abdiisaa Preezdaantii naannoo Oromiyaa ta’uun mudaman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii caffee 6ffaa gaggeesseen obbo Shimallis Abdiisaa Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa…
Preezdaant Saahiwarq magaalaa Dasee galan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Sahilawarq Zawdeen lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an daawwachuuf magaalaa Dasee galaniiru.
Preezdant…
Lammiileen kamiiyyuu dhimma biyyaarratti walaba ta’uu hin danda’an – Gamtaa Dhaabbilee Waldaalee…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) –Gamtaan Dhaabbilee Waldaalee Siviilii Hawaasaa miidhaa lammiilee nagaa, Manneen Amantaa fi manneen barnootarratti gareen shororkeessaa ABUT raawwataa…
Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaant Pool Kaagameen mari’atan
Finfinnee,Hagayya 23, 2013 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagamee waliin mari'ataniiru.
Jilli Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu…
Hidha Haaromsaaf Doolaarri miiliyoonni 1 fi kumni dhibbi 7 fi kumni 57 ol walitti qabame
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Hawaasni Diyaaspooraa Ameerikaatti argamanirraa Hidha Haaromsaaf Doolaarri miiliyoonni 1 fi kumni dhibbi 7 fi kumni 57 ol walitti qabuu ibsame.…