Browsing Category
Uncategorized
Jilli Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa adeemsa filannoo Preezdaantummaa Gaanaa hordofe
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Jilli hoggantootaa fi hojjettootaa Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa adeemsa filannoo Preezdaantummaa Gaanaa hordofeera.
Jilichi turtii…
Obbo Getaachaw Raddaa dabalatee konkolaattoonni gareen ABUT itti fayyadaman 40 ol too’ataman
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Obbo Getaachaw Raddaa dabalatee konkolaattoonni hoggantoonni garee ABUT itti fayyadaman kanneen ashaaraan banaman 40 ol too’ataman.…
Magaalaa Finfinneeti Birriin sobaa abbaan noottii 200 kumni 55 ol too’atame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa buchiinsa Liddataatti Birriin sobaa abbaan noottii 200 kumni 55 ol too’atamu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise.…
Addunyaarra lakkoofsi namoota Covid-19n qabamanii miiliyoona 50 dabre
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC) - Addunyaarra lakkoofsi namoota Covid-19n qabamanii miiliyoona 50 dabre.
Biyyoota addunyaa garagaraatti namoonni hedduun vaayrasii koroonaan…
Ummanni akka hin miidhamneetti garee finxaaleeyyii ABUT irratti of eeggannoon tarkaanfiin fudhatamaa…
Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI ummanni akka hin miidhamneetti garee finxaaleeyyii ABUT irratti of eeggannoon tarkaanfii fudhachaa jiraachuu Jeneraal…
Obbo Dammaqaa Makkoonniin ajjeechaa godina Matakkalitti raawwatame balaaleffatan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonniin ajjeechaa Godina Matakkalitti raawwatame balaaleffatan.
Taateen irra…
Maddi anniisaa balfa gogaa Raphii karoora ol humna maddisiisuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Maddi anniisaa balfa gogaa Raphii bara 2012 karoora ol humna maddisiisuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise.
Maddi anniisaa balfa gogaa Raphiii…
Lagni Awaash yeroo kaanirra haalan guutuu isaatin balaan lolaa mudateera
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Lagni Awaash yeroo kaanirra haalan guutuu isaatin balaan lolaa mudateera.
Naannoo Afaaritti lagichi kallattii geeddarachuun lammiileen akka…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 60 caale
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 1136 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleessa…
Manni murtichaa obbo Jawaar Mahaammad dabalatee shakkamtoota 8f beellama jijjiiraa Hagayya 22tti…
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddacha ramaddii Araadaa obbo Jawaar Mahaammadfaa dabalatee shakkamtoota 8 irratti ragaalee qorannaan duraa…