Browsing Category
Uncategorized
Ijaarsa bu’uuraalee misooma jallisii naannolee 3 eegalchiisuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) - Naannoo Oromiyaa, Amaaraa fi Sidaamaatti Ijaarsa bu'uuraalee misooma jallisii eegalchiisuuf waliigalteen mallattaa'eera.
Dhaabbilee ijaarsaa biyya…
Waliigalteen karra galaanaa mallattaa’uun milkaa’inni biyyaalessaa injifannoon…
Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) - Waliigalteen karra galaanaa mallattaa'uun milkaa'inni biyyaalessaa injifannoon dabaalamee imalaa jiraachuu mul'isa jedhan Af Yaa'iin Mana Maree Bakka…
Iraanitti dhohiinsa Boombii mudateen lubbuun namoota 73 darbe
Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Namoota Yaadannoo waggaa 4ffaa du'a Jeneraal Qaasim Suleeyimaanii kabajaa turanirratti dhoohinsa Boombii mudateen lubbuun namoota 73 darbuu Miidiyaaleen…
Wabiin nyaataa utubaa birmadummaati – Pir. Shimallis
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Ummanni wabii nyaataa hin mirkaneeffanne, birmadummaan isaa guutuu hin ta’u jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Itiyoophiyaan Waraqaa ragaa galmee seera qabeessummaa hambaalee 2 UNESCO irraa fudhatte
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Waraqaa ragaa galmee seera qabeessummaa Paarkii Gaarreen Baalee fi Teessuma Lafaa Geede'oo Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa…
Godina Arsii Lixaatti lafti hektaarri kumni 111 Jallisiin misoomaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti lafti hektaarri kumni 111 Jallisii Boneen misoomaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise.
Hojii misooma jallisii…
Biyya hundaaf mijattu iaaruuf riifoormiin hojjetamaa jira – Obbo Adam Faarahii
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Hawaasa Diinagdee fi siyaasaa tokkoo ijaaruun biyya hundaaf mijattu uumuuf riifoormiin hojjetamaa jiraachuu Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii…
Ajajni Bahaa guyyaa hundeeffama Raayyaa Ittisaa Biyyaa 116ffaa kabajaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) –Raayyaan Ittisaatti Ajajni Bahaa guyyaa hundefefama Raayyaa Ittisaa Biyyaa 116ffaa sagantaalee garaagraan kabajaa jiraachuu ibsame.
Guyyichi mata…
Piroofeesar Birihaanuu Naggaan dhimma barnootarratti qooda fudhattoota waliin mari’achuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birihaanuu Naggaan dhimma barnootarratti qooda fudhattoota waliin mari’achuuf Gaambeellaa galaniiru.…
Obbo Kadir Jawaar Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Kantibaan magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadir Jawaar Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni Irreechaa ayyaana…