Browsing Category
Waajabila Faanaa
Daldalaan lammii Kanaadaa Doolaara Kanaadaa miiliyoona 1 gubuu isaa mana murti beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Daa’ima haadha manaa isaa duraarraa godhateef guddisa hin kaffalu jechuun Doolaara Kanaadaa miiliyoona 1 gubuu isaa mana murtii kan beeksise daldalaan…
Fiilmiin Kooriyaa Kibbaa ‘Parasite’ jedhamu badhaasa Ooskaar bara Faranjootaa 2020…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Fiilmiin Kooriyaa Kibbaa "Parasite" jedhamu badhaasa Ooskaar bara Faranjootaa 2020 injifachuun seenaa galmeessise.
Seenaa badhaasa Ooskaarii kan…
Jaappaanitti masjiidni socho’aan hojjetame
Finfinnee, Amaajjii 29, 2012 (FBC) – Jaappaanitti konkolaataa fe’umsaa guddaarraa masjiinni hojjetameera.
Masjiidni socho’aa jedhamee waamamu kun baldhina iskuweer meetirii 48 yoo…
Misirroonni sodaa vaayrasii koroonaaf, sirna gaa’elaa isaanii tamsaasa kallattiin taasisan
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Misirroonni sodaa vaayrasii koroonaaf sirna gaa’elaa isaanii tamsaasa kallattiin taasisuun dhaga’ame.
Ka’umsi isaa Chaayinaa kan ta’e koroonaa…
Qorattoonni Chaayinaa daawaa Vaayirasii Koroonaa ittisuu danda’u lama argachuu ifoomsaan
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Qorattoonni Chaayinaa daawaa Vaayirasii Koroonaa ittisuurratti bu’aa qabeessa ta’e haaraa lama argachuu ifoomsaaniiru.
Qorichoota…
Feesbuukiin daa’ima badde barbaaduuf poolisii Afrikaa Kibbaa waliin hojjechaa jira
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Feesbuukiin daa’ima badde barbaaduuf poolisii Afrikaa Kibbaa waliin hojjechaa jira.
Feesbuukiin daa’ima baddee barbaachisuuf sagantaa Ambar Aleert…
Kitaabni guddichi addunyaa gogaa horiirra hojjetame daawwiif dhiyaatee
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) - Kitaabni guddichi addunyaa gogaa horiirra hojjetame daawwiif dhiyaateera.
Naannoo baadiyaa Hangaariitti kan qophaa’e kitaabichi karaa aadaa qofaa…
Baasii miidhaginaa hir’isuu dhabuudhan torban heerumtetti gaa’ela ishi diigde
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Lammiin Jaappaan baasii miidhaginaaf baastu hir’isuu didde torban heerumtetti gaa’ela ishi digde.
Kaatoo Saarii shamarreen umrii waggaa 29ti.…
Qaro dhabeeyyichi gugsii fardaa injifatan
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Qaro dhabeeyyichi gugsii fardaa injifatan.
Dorgomii gugsii fardaa qophii kabaja ayyaana Agaw waggaa 80ffaarratti qaro dhabeeyyichi injifate.…
Holqi dheeraan baala sammuu adoochu daddabarsuuf tajaajilaa ture argame
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Holqi dheeraan baala sammuu adoochu daddabarsuuf tajaajilaa ture daangaa Ameerikaa fi Meeksikoo irratti argamu ibsame.
Daangaa Ameerikaa fi Meeksikoo…