Browsing Category
Idil Addunyaa
Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Daani’eel Araap boqatan
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Daani’eel Araap Mooyi boqataniiru.
Preezdaantiin Keeniyaa duraanii Daani’eel Araap Mooyi umrii waggaa 95tti eda…
Buurkina Faasootti miidhaa namni hidhate tokko qaqqabsiiseen lubbuun namoota 20 darbe
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) - Kibba Dhiha Buurkina Faasootti miidhaa namni hidhate tokko qaqqabsiiseen lubbuun namoota 20 darbuun ibsame.
Miidhaa torbee darbe magaalaa…
Soomaaliyaan weerara awwaannisaa ittisuuf labsii yeroo ariifachiisaa labsite
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) –Soomaaliyaan weerara awwaannisaa Afrikaa bahaa keessatti mudate ittisuuf labsii yeroo ariifachiisaa labsite.
Weerarri awwaannisaa Ityoophiyaa dabalatee…
Chaayinaan alatti dhukkubsatan vaayrasi koroonaan lubbuun darbe
Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Chaayinaan alatti dhukkubsatan vaayrasi koroonaan lubbuun darbe.
Chaayinaan alatti duutii jalqabaa vaayrasi Koroonaa mudateen Filippiinsi keessatti…
Ameerikaan lammiilee biyyoota 6 Viizaa dhorkite
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Ameerikaan laammiilee biyyoota 6 Viizaa dhorkuu ishee beeksiifte.
Ameerikaan laammiileen biyyoota Naajeeriyaa, Sudaan, Taanzaaniyaa,Eeritraa,…
Briitaaniyaan ifatti Gamtaa Awrooppatiin adda baate
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Briitaaniyaan ifatti Gamtaa Awrooppatiin adda baate.
Adda ba'umsichi lammiilee dhimmicha mormaniin dabaalamuun ifoomera.
…
Awustiraaliyaan balaa ibidda bosonaa guyyaa har’aa mudateef labsii yeroo ariifachiisaa labsite
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Awustiraaliyaan balaa ibidda bosonaa guyyaa har’aa magaalaa Kaanbiiraa fi naannoo ishee mudate ittisuuf labsii yeroo ariifachiisaa labsite.
Haalli…
Daandiin Qilleensaa Keeniyaa yeroodhaf balalii Chaayinaa dhaabe
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Keeniyaa yeroodhaf balalii gara Chaayinaatti taasifamuu adda kute .
Daandiin Qilleensaa Keeniyaa sababa weerara vaayrasii…
Preezdaantin Tuuniziyaa karoora nageenya Giddugala Bahaa morman
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Preezdaantin Tuuniziyaa Kayis Sayid karoora nageenyaa Giddugala Baha mormaan.
Preezdaantichi karoora nageenya preezdaanti Ameerikaa Doonald Traamp …
Waraanni mootummaa Sooriyaa magaalota murteessoo ta’an deebisee too’ate
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Waraanni mootummaa Sooriyaa magaalota murteessoo mormitootan qabamanii turan deebisee too’achuu beeksise.
Akka miidiyaan biyyaalessaa biyyattii…