Browsing Category
Idil Addunyaa
Afrikaatti Humna Elektirikaa maddisiisuuf kan oolu Doolaarri biiliyoonni 35 ramadamuufi jedhame
Finfinnee, Amajjii 20, 2017 (FMC) – Baankiin Addunyaa, Baankiin Misooma Afrikaa fi Dhaabbileen biroo Afrikaatti Humna Elektirikaa babal’isuuf kan oolu Doolaara biiliyoonni 35…
Tiraampi abbootii alangaa dhimma himannaa isaa qorataa turan hojiirraa ari’e
Finfinnee, Amajjii 20, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi abbootii alangaa yakka himannaa isaarratti qorannoo gaggeessaa turan hojiirraa ari'uun gabaafame.
Abbaan…
Raashiyaan yaalii talaallii Kansaarii eegaluuf
Finfinnee, Amajjii 19, 2017(FMC) - Raashiyaan walakkaa bara Faranjootaa eegalamee kanatti yaalii talaallii ittisa kaansarii akka geggeessitu beeksisteetti.
Qorattoonni Raashiyaa waggoota…
Lammiileen Filiisxeem hedduun gara qa’ee isaanitti deebi’uu eegalan
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC) – Waliigaltee Dhukaasa dhaabuu Israa’elii fi Hamaas gidduutti taasiifame hordofee Lammiileen Filiisxeem hedduun gara Kaaba Gaazaatti deebi’uu eegalaniiru.…
Pireezidaanti Puutiin, Tiraamp waliin mari’achuuf qophii ta’uun himame
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin, Pireezidaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp waliin bilbilaan mari’achuuf qophii ta’uu Kireemliin…
Ibiddi bosonaa haaraan naannawaa Loos Anjelesiitti mudate babal’ataa jira jedhame
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) – Ibiddi bosonaa haaraan naannoo Loos Anjelesiitti mudate saffisaan babal'ataa jiraachuu gabaafame.
Ibiddi hamaan Roobii ganama…
Puutin Waraana Yuukreen hin dhaabu taanaan qoqqoobbii cimaatu eeggata – Doonaald Tiraamp
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmir Puutin waraana Yuukreen hin dhaabu taanaan qoqqoobbii cimaan akka isa eeggatu Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald…
Ameerikaan baqattoonni kamuu gara biyya ishee akka hin seenne yeroof dhorkite
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Baqattoonni kamuu gara Ameerikaa akka hin imalle Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii yeroof dhorkuu beeksise.
Adeemsi dhimma baqattootaa ilaaluu hundi…
Mirgoota Namoomaaf dursa kennuun shororkeessummaarratti duuluun barbaachisaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) – Mirga namoomaa fi olaantummaa seeraaf dursa kennuun haaloota shororkeessummaa cimsan furuuf hojjechuun kan barbaachisu ta’uu Itti Aantuun Barreessaa…
Doonaaldi Tiraampi Kakuu Pireezidaantummaa raawwatan
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Doonaaldi Tiraampi Pireezidaantii Ameerikaa 47ffaa ta’uun kakuu raawwataniiru.
Pireezidanti Tiraamp Waashngitan DC’tti kan argamuu Galma Kaappitool…