Browsing Category
Idil Addunyaa
Mirgoota Namoomaaf dursa kennuun shororkeessummaarratti duuluun barbaachisaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) – Mirga namoomaa fi olaantummaa seeraaf dursa kennuun haaloota shororkeessummaa cimsan furuuf hojjechuun kan barbaachisu ta’uu Itti Aantuun Barreessaa…
Doonaaldi Tiraampi Kakuu Pireezidaantummaa raawwatan
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Doonaaldi Tiraampi Pireezidaantii Ameerikaa 47ffaa ta’uun kakuu raawwataniiru.
Pireezidanti Tiraamp Waashngitan DC’tti kan argamuu Galma Kaappitool…
Naayijeeriyaatti Bootteen boba’aa garagaluun dhohiinsa mudateen lubbuun namoota 77 darbe
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC) – Naayijeeriyaatti Botteen boba'aa fe'ee ture garagaluu hordofee, namoonni boba'aa waraabbachuuf fiigaa turan 77 du'an.
Naayijeeriyaa Bulchiinsa…
Tiraampi har’a sirna kakuu booda ajajawwan 200 ol ni mallatteessuun eegama
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Baatii Sadaasaa darbe kan filannoo Pireezidaantummaa Ameerikaa injifatan Doonaldi Tiraampi teessoo pireezidaantummaa akkuma qabataniin ajajawwan garaagaraa…
Israa’eelii fi Hamaas Hidhamtoota waljijjiiran
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Israa’elii fi Hamaas hidhamtoota waljijjiiraniin lammiilee Filisxeem 90, lammiilee Israa’eel sadii maatii isaaniin wal arguun gabaafameera.
Israa’elii fi…
Ameerikaatti tajaajilli Tiiktookii addaan cite
Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Manni Murtii Waliigalaa Ameerikaa Tiiktookiin nageenya biyyalessaaf yaaddoo ta’uun akka cufamu, yoo hintaane ammoo akka gurguramu kan gaafatu deeggarsi…
Gaazaatti waliigalteen dhukaasa dhaabuu boruu hojiitti hiikamuu eegala jedhame
Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Gaazaatti waliigalteen dhukaasa dhaabuu boruu ganama sa'aatii 2:30 irraa eegalee hojiitti hiikamuu ka jalqabu ta'uu gabaafameera.
Kaabineen Mootummaa…
Kaabineen Nageenyaa Israa’el waliigaltee dhukaasa dhaabuu Hamaas waliin taasifame raggaasise
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Kaabineen Nageenyaa Israa’el waliigaltee dhukaasa dhaabuu Hamaas waliin dheegganta taasifame raggaasiseera.
Kaabineen biyyattii dhimmoota…
Israa’elii fi Hamaas waliigaltee dhukaasa dhaabuuf waliigalan
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) –Baatiwwan 15 darbaniif walwaraanaa kan turan Israa'elii fi Hamaas dhukaasa dhaabuuf waliigaluun ibsame.
Akkaataa waliigaltichaan lammiileen Israa'eel…
Loos Anjeles balaa ibiddaa dabalataaf saaxilamuun hin oolu jedhame
Finfinnee, Amajjii 7, 2017 (FMC) – Loos Anjeles har’a galgalaa eegalee bubbee cimaa mudachuu malu hordofee magaalattiin balaa Ibiddaa dabalataaf saaxilamuu akka dandeessu ibsameera.…