Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa badhaafame

Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balaallii filatamaa Afrikaarraa dhiyeessi nyaataafi tajaajila xiyyaara ‘Air bus A350-1000’ dursee hojiitti galche jedhamuun badhaasa lama argateera.

 

Sagantaa badhaasaa Jarman ‘Hamburg’ itti qophaa’erratti dhaabbatichi badhaasa “Cabin Concept of the Year 2025” jedhamu badhaafameera.
Badhaasni kunis tajaajila Daandichi kennu sadarkaa idil-addunyaatti beekamtii kan gonfachiisuufi dorgomtummaasaa kan cimsu ta’uu ragaan fuula Daandii Qilleensichaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.