Fana: At a Speed of Life!

Deeggarsaa fi kabaja ummata Tigraayiif galata guddaan qaba – Obbo Getaachoo Raddaa

Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin duraanii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay obbo Getaachoo Raddaan itti gaafatamummaa isaanii dabarsanii kennuu ibsaniiru.

Waggoottan lamaan darbaniif deeggarsaa fi kabaja Ummanni naannichaa taasiseef galateeffataniiru.

Ummanni naannichaa waan fooyya’aa akka argatuu fi fedhiin isaa akka guutamu waanan danda’u hunda nan godha jedhan.

Nageenyii fi fedhiin jijjiiramaa akka hin gufanne qabsoo taasiifnu itti fufna jechuun eeraniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.