Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbatichi Adaamii Tulluu fi Sokorruutti lammiilee 600’f maaddii qoode

Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Dhaabbanni Dhuunfaa Itti Gaafatamummaan isaa murtee’a Indaastiriin Qonnaa Gibee gareen Qarcaanshee ayyaana Iid Alfaxir sababeeffachuun Adaamii Tulluu fi Sokorruutti lammiilee 600’f maaddii qoodeera.

Dhaabbatichi meeshaalee nyaataa Birrii miiliyoona 4.2tti tilmaamamu deeggarsa taasiisuu Daayrektarri Hariiroo Ummataa fi Tajaajila Hawaasummaa Mulgeetaa Kabbadaan himaniiru.

Birhaanuu Bagaashawutu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.