Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbiin biqiltuu Ashaaraa Magariisaa bara 2017 godinaalee rooba Arfaasaa argatan keessatti gaggeeffamaa jira- BQO

Finfinnee, Ebla 15, 2017(FMC)- Dhaabbiin biqiltuu Ashaaraa Magariisaa bara 2017 godinaalee rooba Arfaasaa bal’inaan argatan keessatti gaggeeffamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Dhaabbiin biqiltuun ashaaraa magariisaa bara kanaa godinaalee Booranaa, Boorana Bahaa, Gujii, Gujii Lixaafi Baalee Bahaatti gaggeeffamaa jiraachuu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.