Dhaloonni Faaya Aadaa isaa beekuun itti fayyadamuu qaba jedhame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Wal harkaa fuudhiinsa baallii Gadaa Booranaa Marsaa 72ffaa sababeeffachuun agarsiisni Aadaa Aanaa Areerootti gaggeeffama jira.
Namoonni agarsiisicharratti hirmaatan, faayi Aadaa, dhaloota aadaa barsiisuu keessatti bakka guddaa qabaachuu ibsan.
Kanaaf dhaloonni faaya Aadaan isaaf eeyyameef qofaan faayamuu akka qabu dhaamaniiru.
Kululaa Garbichaafi Aster Geetaahuntu gabaase.
#Oromia #Ethiopia