Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Qillee Addunyaarratti kabajamaa jiruun erga baga ittiin isin ga’ee dabarsan
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Qillee Addunyaarratti kabajamaa jiru ilaalchisuun erga baga ittiin isin ga’ee dabarsaniiru.
Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, michuuwwan Itiyoophiyaa, miseensota diyaaspooraa fi hawaasa Addunyaa maraaf ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsaniiru.
Ayyaanichi kan nagaa, fayyaa fi waloomaa akka ta’u hawwii gaarii qaban ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia