Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Veetnaam waliin mari’atan

Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Ministirri Muumee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Veetnaam Jeneraal Luuwoong Kuuwoongi fi Pireezidaantii Mana Maree Biyyaalessaa Tiraan Taanhii Maan waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota ijaarsa biyyaa, tumsa siyaasaa, tattaaffii jijjiiramaa dabalatee dameewwan biroo hariiroo waloo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf dandeessisanirratti mari’achuu isaanii ibsameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.