Dooktar Abiy ergamaa addaa Pireezidaantii Taanzaaniyaa kan ta’an Dooktar Jaakaayaa Miiriishoo Kiikweetee waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Dooktar Abiy ergamaa addaa Pireezidaantii duraanii Rippaablika Taanzaaniyaa fi Pireezidaantii yeroo ammaa Dooktar Saamiyaa Suuluuhuu Hasan kan ta’an Dooktar Jaakaayaa Miiriishoo Kiikweetee waliin mari’ataniiru.
Ergaa Pireezidaanti Dooktaar Saamiyaa Suuluuhuu Hasan irraa ergames fudhachuun Dooktar Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia