Dooktar Abiy Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahammad waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahammad waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari’ataniiru.
Hariiroon haarome hojii wal irraa hin cinne barbaada jedhan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
#Oromia#Ityoophiyaa