Dooktar Abiy Pool Kaagaamee fi Saamiyaa Suluhuu waliin mari’atan
Finfinnee Guraandhala 8,2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa gaggeeffamaa jiru cinaatti Pireezidaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee fi kan Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluhuu waliin mari’ataniiru.
Dureewwan biyyoota sadanii dhimmoota Naannawaa fi Ardichaarratti mari’achuu Dooktar Abiy Ahimad gama miidiya hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Oromia #Ityoophiyaa