Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Geediyoon Ministira Alaa Sudaan Kibbaa waliin mari’atan

Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaa Sudaan Kibbaa haaraa muudaman Ambaasaaddar Manday Semaayaa Kumbaa waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo biyyoota lamaanii fi naannawaarratti mari’ataniiru.
Naannawichatti nageenya waaressuuf tumsan kan hojjetan ta’uun ibsameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.