Dooktar Geediyoon Ministiroota Alaa Naayijeeriyaa fi Somaaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministiroota Alaa Naayijeeriyaa fi Somaaliyaa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Ministira Dhimma Alaa Naayijeeriyaa Yeesuuf Maayitaamaa fi Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Somaaliyaa Alii Mahaammad Oomar waliin dhimmoota waloorratti mari’achuu ragaan Ministeera Dhimma Allaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ityoophiyaa