Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma alaa Ajeelriyaa Ahimad Attaaf waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin dhimmoota gamlamee fi ardichaarraatti mari’achuun eerameera.

Ministiroonni lameen walta’iinsa damee hedduu fi gamlamee Itiyoophiyaa fi Aljeeriyaa gidduu, keessummaa dippiloomaasii diinagdee daran cimsuun akka barbaachisu kaasuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.