Fana: At a Speed of Life!

Doonaald Tiraampi fi Zeleniiskiin waliin mari’atan

Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi  gita isaanii Yuukreen Vooloodmiir Zeleniiskii waliin Xaaliyaanii magaalaa Roomitti mari’atan.

Hoggantoonni lameen sirna awwaalchaa Hangafa Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Roomaa poop Firaansiis irratti argamaniiru.

Sirnichaan booda marii bu’aa qabeessa taasisuu, mariin isaanii waaree boodas kan itti fufu ta’uu Rooyitars gabaaseera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.