Dura ta’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) –Dura ta’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yuusuuf Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Hafuurri Ramadaanaa Afrikaa fi Addunyaa birootti nageenya, haqaa fi tumsa akka fidu nan amana jedhan.
Ayyaannichi kan gammachuu fi eebbaa akka ta’u hawwaniiru.
Hordoftoota Amantaa Islaamaa maraan baga Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa nagaan geessan jedganiiru.
#Oromia #Ityoophiyaa